Jeremiah 48:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra Moabu ka fulla kad'achati sorio gube waaqa isaniti baase hit'aanale aarsufi, huji suni ind'owa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani worra hulee worri Moo'aabii itti sagadanitti ciincaa dhiyeessanii fi worra waaqa tolfamaa ufiitiillee ciincaa dhiyeessan hin balleessa jedha Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra addee waaqonfanna'aa irratti, kennansa dhikeessu fi worra waaqota dharaa ifiitiif hixaana aarsu, Mo'aab keessaa hin balleessa.