Jeremiah 48:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi garaani kiyya Moabufi worra Kia-Heresiiti boha, akuma nama faaru boha fulludooni d'aatu. Wonti akanatiifi waan worri qabu ch'ufa ya iraa fuud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani sababaa baniin biyya Moo'aabiitii fi Qireharasiin keessa jiraatan waan qaban maraa waan dhabaniif akka namoota boobaa afuufamu caqasa'aa booyaniititti isaanii booya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qabeenni Mo'aabiitii fi kolbaa Qir-Heresii waan badeef, akka worra suusullee gaddaa afuufaa gadduu, gadhaan kiyya isaaniif hin gadda.