Jeremiah 48:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ch'ufti yayu matafi areedale haadate. Worri ch'ufti yayu harka ufi mamadeese ch'arqi naqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Moo'aabii gamo'oo fi karaa irratti booyan, baniin mata'aa fi areeda haadatan, harka ufii hin mummuran, uffata gaddaallee hin uffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marti isaanii mataa haadatanee, areeda ifiille quxataneeran; harka ifii mummuratanee, woyaa gaddaa uffataneeran.