Jeremiah 48:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maneeni Moabu gubbafi ballinna dira ch'ufa keesale boha male woma injirani, wonti akanatiifi anini yayu Moabu aka okote faara ta nami jibbe ch'abse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Moo'aabiin akka meeshaa hin barbaachifneetitti waan isii cabseef gamoo gubba'aa fi bayima marattuu booyaa achi wonti biraa hin dhagayamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka okkotee nami hin barbaannee, ani Mo'aab waan casseef, heellichoo mana Mo'aabii mara irraa fi woldeennaa kara'aa mara irratti, bowa malee wonni dhage'amu hin jiru.