Jeremiah 48:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Moabule imballeesani deebiani gosa injed'anini, waan worri na dideefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo'aab waan natti uf jajjeef hin barbadoofti; ammaa achi mootummaa taatee hin beekkamtu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mo'aab ana Mootiin Waan Maraa irratti waan ifi saaddeef, mootummaan isi'ii hin baddi.