Jeremiah 48:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqo isii ta boha yo kara Luhithi yaatani d'agaya, qonqo laalala isi, hojja Horonaimu d'at'ani d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara Luhiitii dhaqan mararamanii booya'aa dhaqan; hennaa gara dhooqa Horonaayii gad bu'anillee sababaa diiggamaniif rakkatanii iyyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bowaa gara Luhiitii ol hin bayan; badiin waan isaan dhaqqaddeef, wiiccifatanee bowaa qachaa Horonaayimii irraa gad hin bu'an.