Jeremiah 48:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hurrisa, baqad'a, lubbu ufi baasa; aka harre diida oria! jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ‹uf oolchu'uuf ariifadha'aa fiigaa'a! akka harree diidaa ka lafa gammoojji'ii keessa ooluutitti dheessa'aa jalaa bayaa'a!› woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baqadha'aatii, lubbuu teessan hamburadha'a! Akka kolbaa qachaa Aro'erii ta goomolee keessaa fagaadha'a!