Jeremiah 48:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri tokoleeni ka badi duraa bahu injiru; baleefi diidale imballeesani. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi dubbate ka waa balleessu gara qachoota maraatuu hin dhufa; qachaan milixxee jalaa baatu hin jirtu; qile'ee fi raasaallee hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan dubbateef, ka qachaa balleessu qachaa tokko tokkooyyuu loliisaaf hin dhufa; qachaan tokkolle miliqee jalaa hin bayu; dhooqii fi latti gooroo irraa hin badan.