Jeremiah 48:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akha awaalaa Moabu guura; d'iotu isii balleesani. Dira isii balleesani ona tolchani, deebiani keesa intaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isiin sirima baddu biyya Moo'aabiititti sooqidda firfirsaa'a; qachoonni isi'ii ona namni keessa hin jiraanne taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mo'aab duwwaa waan teetuuf, soodda itti facaasa'a; qachaan isi'ii onee ka nami keessa hin jirre hin te'a» jedha.