Jeremiah 49:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini d'aloota Esau ya waan ch'ufa iraa sosse fulla inni iti d'okhatule diidati baase, aka akasiini worri dandae deebie ind'okhanne. Worra Edomu ch'ufa ya balleesani, tokoleeni inhamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu fiixaa Eesawu'uu qullaa hambisa; hulee isaan itti dhokatanittillee ifa isaan baasa; kanaafuu ammaa achi isaan hulee itti dhokatan hin argatan; ijoolleen isaanii, firri isaaniitii fi ollaan isaaniillee hin badan, isaanillee hin badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo sanyii Esaawuu ijjumaa qullaa hin hambura; akka isaan dhokatuu hin dandeenne, addee isaan itti dhokatanu hin mudhisa. Sanyiin isaa, obboleeyyan isaatii fi ollaan isaa hin badan; isaan deebi'anee hin jiraatanu.