Jeremiah 49:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya kakhad'e, aka diri Bozra bade ona tahu; nami isa goyeese maqa isaatini woli abaara. Ollowaani d'aatu isaa jirtuleeni haga jiru jireenna badde ona taati. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka qachaan Bootsira'aa lafa onaa ka nama sodaachisu taatee haftu ani maqaa kiyyaan kakadheera; namni maruu itti balda; maqaa isi'iillee akka maqaa abaarsaatitti laalan; gandiin naannaya isi'ii jiran maraa baraa haga bara baraa hin diiggaman; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bazraan diigantee, waan hantuu nami dhaggee bararaqu, waan shashaatii fi abaarsaa akka teetu, qachooti isi'iille martinuu haga bara baraa diigamanee akka hafanu, ani maqaa kiyyaan kakadheera» jedha.