Jeremiah 49:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e, Edomu, anini yayu qonqo AABBO Waaqa iraa argad'e inni nama erge waan jed'e, waan atini gosa ch'ufaani jettu wolti baha, duula keesani wolti baasa, kurfefad'a, worra had'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ergaa tokko Rabbiin irraa dhagaye; «Ergamaan isin banii Edoomii irratti balaa buusu'uuf wol gaya'aa ka'aa'a!» jedhee bani'itti dubbatu ergameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ergaa Mootii Waan Maraa biraa, «Ergamaan gara gosa biyya adda addaa ergamee, ‹Kowa'a, wolitti qabama'aatii Edoomitti duuliisaaf qophowa'a! Isii loliisaafille ka'a'a!› jedhu» takka dhage'eera.