Jeremiah 49:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi irre isani d'owe, nami ch'ufti isani tufata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani eeganaa si'i mootota jiddu'utti diqqoo, namoota jiddu'uttillee tuffatamtuu si taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa, «Ani amma gosa biyya adda addaa oddu'utti akka ati diqqaattu, namoota odduulle'etti akka ati tuffatantu si hin godha.