Jeremiah 49:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kiyyibi keesani ya isani sobe, nami tokoleeni ka isani waan inni isani sodaatu seetani, ka isani sodaatu, injiru. Isani d'akha fiit'e gaara gubbati galtani; ammo ato isani akuma risa fit'e d'akha gubbati galtanile AABBO Waaqi gaduma isani buusa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ta qilee dhagaa qarsa'aa irra jiraattu, ta haga qaccee gaaraallee geettu! sodaatamuun keetii fi uf jajuun onnee keetii si gowwoomsaniiran; yoma hagamillee hulee ufii jiraattu akka mana bajjaa yoo ol fageessitee ijaarattellee ani achi irraa gad si buusa jedha Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Edoom, ta holla rassa'aa keessa leetu, ta kooba gubbaa qabatte, jannuma'aa fi koorri keeti si sobeera. Mana keeti akka risa'aa qaccee koobaa irratti ijaarratulle ani achi irraa gad si hin buusa.