Jeremiah 49:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi mala anini worra Edomuti malad'eefi waan anini worra dira Temani tolchu fed'u ch'aqasa. Ijoolle worra alati hirkisani, nami ch'ufti rifata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan ani banii Edoomii irratti raawwatu'uuf karoorfadhee fi waan banii qachaa Teemaanii irratti godhuu barbaade dhagayaa'a; ijoollee isaanii akka ilmoolee hoolotaatitti harkisa'aa deemaniin, sababaa isaaniitiif worri isaan argu maruu hin nayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, waan ani Mootiin Waan Maraa Edoom irratti fidiisaaf yaadeeru, yaada ani worra Temaan keessa le'u irratti qopheesseeru dhage'a'a! Ijoolleen isaanii akka ilmoolee hoole'ee harkifamanee hin fudhataman; sababa isaaniitiif kaloon isaanii hin baddi.