Jeremiah 49:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Edomu balleesani, dibbeesi isii lafa ch'ufa chochoosa; qonqo iyyanna galaana Diimati d'agayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri oduu akka Edoom kufte dhagayan hin raafaman iyyansi naasuu isaanii achii ka'ee haga galaana diima'aa dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Edoom yennaa jiddu iyya bowaatiin latti hin tachooti; iyyi isaanii haga Abbaayaa Diintu'uutitti hin dhage'anti.