Jeremiah 49:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni nama isaa ka kaima ch'ufa kara diraa keesati fit'ani, askarti isaa ch'ufa balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san dargaggeeyyiin qachattii sanii karaa qachattii sanii irratti isaan ajjeesan, loltoonni isi'iillee hin diiggaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san dargaggooti isi'ii karaa qacha'aa keessatti hin ijjeefaman; loltooti isi'ii marti hin badan.