Jeremiah 49:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini naabo Damaski gube, maneeni hayyu Benhadadile ibidaani balleesa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dallawa Damaasqo'oo maraa ibiddaan gubee balleessa; mana mootumma'aa ka mootii Beenhaadaadiillee ibiddaan guba; ka waan kana dubbate ana Waaqa banii maraati.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dalleya dhaka'aa ka Damaasqo'ootitti ibidda hin qassiisa; mana mootumma'aa ka Ben-Hadaadii mootichaalle hin guba» jedha.