Jeremiah 49:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro worraatifi ree worraatifi golla waaro worraatifi waan waaro worraa keesa jira ch'ufa qaba. Duuba waan worraani jettani, sodaani ya gama ch'ufaani isani marsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daaseewwan isaanii, gobbuu, golga'aa fi meeshaa isaanii maraa fudhadhaa'a; gaallan isaaniillee fudhadhaa'a; ‹naannoon teenna raafamteerti› jedha'aa wocan» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dunkaanota isaanii, horii isaanii, gollaa dunkaanii isaanii, meya dunkaanii isaanii keessa jiru maraa fi gaalota isaanii mara saama'a! Namooti, ‹Wonni isin bararassu karaa maraan isinitti dhufeera› jedhanee hin iyyan.