Jeremiah 49:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Heshboni, iyya! Dira Ai ya balleesani! Nad'eeni dira Raba, boha, ch'arqi naqad'a, waan taatani wollaala, gara ch'ufa oria. Waaqa keesani ka Milkomu jed'anifi qaalole isaatifi ilmaani worrale imboojiani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaan Aayii waan diiggamteef baniin ganda qachaa Raama'aa keessa jiraattan maruu guddisa'aa iyya'aa booyaa'a! waandhi tolfamaan Milkoom jedhamu gandoota ufiitii fi worra isa gargaaran woliin booji'amee waan deemeef uffata gaddaa uffadha'aatii dallawa isi'ii keessatti asii fi achi deema'aa booyaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolbaa Heshiboonii, qachaan Aayii waan diigameef, wiiccifadha'a! Ee worra Raabaa keessa leetanu, waaqi dharaa keessan Miilkom hayyootaa fi qondaaltota ifii woliin waan booji'amuuf, woyaa gaddaa uffadha'aatii bowa'a; dalleya keessa asii fi achi fiiga'a!