Jeremiah 49:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Hazori, anini, AABBO Waaqi waan isaniini jed'u, Baqad'a, d'okhad'a. Nebukadrezani, hayyuuni Babiloni, ya isaniti malate, inni waan jed'u,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra Atsooriin keessa jiraattaniin akkana jedha, «Nabukadanatsoor mootiin Baabiloonii waan isinitti malatee fi waan karoora hamaa isinitti karoorfateef dheessa'aa fagaadha'aatii holqa dhooqa keessaatitti dhokadhaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee isin worri Hazoor keessa leetanu, mootiin Baabilonii Nebukadnezaar karoora hamaa isin irratti baafatee, mala isin irratti waan dhowateef, dafa'aatii fagaadha'aa baqadha'a! Goda qile'ee keessatti dhokadha'a!» jedha