Jeremiah 49:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
koota, worra nagayaani tau suni haana! Diri worraa Fullofi ch'ufanale inqabu, kobaa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Isin amma ka'aa'a! gara banii balbala uduu hin cufanne jiraatuu fi gara worra nagayaan boona'aa jiraatanii duulaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ka'a'aatii gara gosa biyya bidhaa malee nageyaan leetuu, ta karraa fi danqaraa hin qanne, ta qofi leetuu dhaqa'aatii lola'a.