Jeremiah 49:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaala worraatifi looni worraale ch'ufa fuud'a! Duuba anini worra rifeensa ufi gabaabse ch'iratu ch'ufa lafa ch'ufati firfirse, gama ch'ufa badi itiini d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaallan isaaniitii fi horii isaaniillee hin booji'an, worra mataa ufii bita'aa fi mirgaan haadatan maraa olii gad bittinneessa, karaa maraanuu rakkinna isaanitti fidaa»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gaalotii isaanii hin saamaman; loon isaanii marti hin dannabaman; worra rifeensa mataa ifii jala quxatu hin bittinneessa; gara maraan badii isaanitti hin fida.