Jeremiah 49:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan nani jed'e, Nama t'iyaani woi had'u beekhu, ka jabeenna gudda kana worra Elamuti kenne ch'ufa inhobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani hunna woraanaa ka isiin akka haga adhaa jabduu taatee jiraattu taasiftaniin hin cabsa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ‹Kunoo, ani guubee worra Elaamii, meya lolaa ka isaanii, ka hunna isaaniif te'e san hin caccassa.