Jeremiah 49:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini moga ch'ufa bubbe Elamutini d'ufe nama isii lafa ch'ufati firfirsa. Duuba akanaani fullaani nami Elamu iti imbaqatini injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bubbee Eelaamiin dhayu hulee maraa kaasee banii isi'ii maraa gara mara bittinneessa; akka kanaan biyyi baniin isi'ii ka baqate keessa jiraatu hin argamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani maddii lafaa arfanuu irraa qilleensa Elaam irratti hin fida; gara maddii lafaa arfaniituu isaan hin bittinneessa; biyyi kolbaan Elaamii itti hin booji'anne hin jiraattu.