Jeremiah 49:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra Elamu aka worri nyaapa worraa fit'u fed'u sodaatu tolcha. Dallansu tiyya guddooni anini worra Elamu balleese duula iti erge worra hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintota baniin Eelaamii ajjeesu'uuf barbaadan akka isaan sodaatan taasisa; ani isaan irratti lola kiyya guddaa balleessaa isaaniitiif sababaa ta'e isaanitti fida; haga dhumanitti akka lolaan baqatan isaan taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinota isaanii worra lubbuu isaanii ijjeesiisaaf barbaadu duratti kolbaa Elaamii hin caccassa; ani aarii tiyya jaddu'uun badii isaanitti hin fida; haga isaan dhumatanutti shallaaga'aan isaan hin ari'a.