Jeremiah 49:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo takaa tana anini worra Elamu finna dansaati deebisa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta'ullee hennaan ani qabeenna Eelaamii deebisu hin dhufa; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barri ani boojuu Elaamii deebisu ammoo hin dhufa› jedha» jedhe.