Jeremiah 49:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo takaa tana anini finna dansa worra Amoniti deebisa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Henna'aan maayessa garuu qabeenna worra Amoonii hin deebisa; ka waan kana dubbate ana Rabbi» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa diqqo'oon duuba ammoo, ani boojuu Amoonotaa hin deebisa» jedha.