Jeremiah 49:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Edomu ka AABBO Waaqi guddaani jed'e tana: Worri Temani ya qalbi d'abe? Nami worra mala d'au ya mala d'aufi dad'abe? Qaroomi worraa ch'ufti ya bade?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi Gooftaan banii maraa waan Edoomii dubbate kana; baniin qachaa Teemaanii ogummaa armaan dura qaban hin dhabanii? worri isaan gorsu gorsa isaanii kennuu dadhabee?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade marroo Edoomiitiif, «Qarummaan Temaan keessa hin jirtuu? Gorsi worra qalbeeffannaa qabu jalaa baddee ree? Qarummaan isaaniille isaan irraa baddee ree?