Jeremiah 49:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Dedani garagala, baqad'a, d'okhad'a! Anini d'aloota Esau ingaargalcha, wonti akanatiifi guyyaani anini worra gaargalchu ya gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa fiixaa Eesawu'uu adabu waan rakkinni isaan irra gayuuf isin baniin qachaa Deedaanii uf duuba gara gala'aa dheessaa'a! holqa keessatti dhokadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani sanyii Esaawuu yennaa adabu balaa isaan irratti waan fiduuf, isin worri Dedaan keessa leetanu duubatti deebi'aatii baqadha'a! Goda qilee keessatti dhokadha'a!