Jeremiah 5:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Yerusalemu kara keesani gula oria! Ilaala, hubad'a! gabaya keesa barbaada! Nama tokole ka waan dansa tolche d'uga gula deemu ingartani? Yo isani agartani, AABBO Waaqi Yerusalemuu inaraarama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii Yerusaalemii! «Mee karaa Yerusaalemii maraa irra naannaya'aa laalaa'a! mee yoo ka nama murtii qajeelaa kennuu fi ka dhugaa soqu argitanii raasaa keessa deema'aa soqaa'a! yoo wonti kun ta'e ani Yerusaalemii hin araarama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Karaa Yerusaalemii irra olii fi gad ideema'a; adaala isi'ii ilaala'aatii hubadha'a badhinna isi'ii keessa barbaada'a. Nama haqa huju fi nama dhugaa barbaadu tokko yoo dhaggitane ani qachaa kanaaf hin araarama.