Jeremiah 5:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nyaapa oobru zabibu ta worra kiyya muru erga; ammo, ch'ufa imballeesina hambisa jed'aani. Ammalle dameele ch'ira, dameeleeni isani kutani sunini tiyyaaniti jed'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintota dhaaba biqiltuu woyini'ii ka banii kiyyaa ciranii balleessan isaanitti erga; ani akka hiddi isaanii badu hin godhu; dameen isaanii kiyya waan hin taaneef, akka muranii gatan ajaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara muka woyni'ii ka kolbaa tiyyaa ol baya'aatii balleessa'a! Ammoo ijjumaa hin balleessina'a; dameeleen isaa tiyya waan hin te'iniif irraa cira'a.