Jeremiah 5:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini AABBO Waaqa isa didde waan jette, inni woma intolchu. Wonti hamtuni nuti ind'uftu, woraanafi beelale inagaru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Rabbii Rabbiin irratti soba dubbata'aa akkana jedhan, «Rabbi womaa nu hin godhu, wonti hamaanillee nutti hin dhufu, beellinii fi lolli nu hin argatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Mootii Waan Maraa irratti dhara dubbatanee, «Inni womaa nu hin godhu; hantuulle nutti hin dhuttu; woraana yookiin beelalle ijjumaa hin dhagginu.