Jeremiah 5:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'e, Raagooti womaniti, qilleensuma, dubbi AABBO Waaqa indubbatu. AABBO Waaqi guddaani waan nani jed'e, Yeremia, waan gumiini tunini dubbi tana jetteefi, Anini dubbi tiyya afaani kanke keesati aka ibida tolcha. Gumiini tunini qoraani fakaati, ibidi gube worra balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin raattonni uduu Rabbi isaanitti hin dubbanne dubbatan maruu akka qilleensaatitti waan laakkayamuuf, wonti isaan dubbatan maruu isaanumatti deebi'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti akka qilleensaati malee, jechi Waaqaa isaan keessa hin jiru; wonni isaan dubbatanu isaanumatti garagaltuu ti!» jedhan.