Jeremiah 5:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee gumi Israeli, AABBO Waaqi gosa fago jirtu had'iisa isanitini d'ufa. Gochiti suni duru lafa jirti, ammalle guddo jabdu, afaani worraale nami keesani tokoleeni imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii Israa'elii! Rabbi banii balaa buusu biyya fago'ootii isinitti fida; baniin sun banii jabaa ka isin afaan isaanii hin beenne, ka dubbii isaanii hin beenne, ka dubbii isaanii hin hubannee fi banii dur irraa jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolbaa Israa'elii! Ani kolbaa isin irratti kaatu biyya fago'ootii hin fida; Kolbaan tun, kolbaa jaddu'uu fi kolbaa bara durii ta isin afaan isaanii hin beennee fi waan isaan dubbatanu hin hubanne.