Jeremiah 5:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja biyyiti si gaafate, AABBO Waaqi maafi akana nu tolche? jette, waan jettuuni, Akuma isani na lakiftani, lafa teesani keesati waaqa d'ibi hojatani, akasuma isani nama gosa teesani intahini, lafa d'ibi keesati hojatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ermiyaas! baniin, ‹wonti Rabbi waan kana maraa nu irra geesseef maali'i?› jedhanii yoo si gaafatan akka isaan na irraa fooyamanii biyya ufii keessatti waaqolee tolfamaa waaqeffatan, isaan akka biyya ormaatitti tajaajiltoota banii ormaa jedhamanii waamamuun isaanii akka hin hafne isaanitti himi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan, ‹Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna waan akkasii kana mara maaf nu irratti godhe?› jedhanee yoo si gaafatane, ati isaaniin, ‹Akkuma isin na lakkittanee, lafuma teessan keessatti waaqota ormaa tajaajiltane, lafa teessan hin te'inille'etti orma hin tajaajiltan› isiniin jedha» jedhiin.