Jeremiah 5:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worra Yakobotiifi ka Yudati dubbi tana hima, waan jettaniini:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Fiixaa Yaaqoobiitii fi banii Yihuuda'aa maratti waan kana himaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Dubbii asii gadii tana sanyii Yaaqoobiititti hima'a; kolbaa Yihuda'aatille'etti lassa'a: