Jeremiah 5:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gumi tana, mataani keesani jajaba, waan didani male waan d'ibi imbeetani; isani ya naraa gortani, kara d'ibi iti d'abatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu banii morkata'aa fi dhibaa taatanii na dhiiftanii baqattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tun ammoo mata-jabeeyyi'ii fi ta na finqilte; isaan na irraa deebi'anee deemaneeran.