Jeremiah 5:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini hagayyafi gannale isani roobe bara isani mid'aani muratanile isani tolchele isani taka na sodaatani na inguddimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rooba duraatii fi ka maayessaa, ka gannaatii fi ka badheessaallee henna'aan ka isinii kennuu fi ka ji'oota midhaan itti haamatan woggaa wogga'aan isinii fidu ana; isin garuu na kabajjuu diddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gadhaa ifii keessalle'etti, ‹Mootiin Waan Maraa Waaqa keenna, ka bokkeya duraatii fi duubaa yennaa yennaa isaatitti nu'uuf kennu, midhaan yennaa isaatitti akka galfannu ka nu'uuf godhu kowaa sodaannaa› hin jedhanu.