Jeremiah 5:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fulla suni, ch'ubbuuni teesani waan dansa kana isani d'owarte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yakki keessan eebba isin dhabsiise; baay'inni cubbuu keessanii akka isin waan mishaa hin arganne isin taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yakkaan teessan tana isin irraa hamburteerti; cubbuun teessanille waan dansaa isin dhassiitteerti.