Jeremiah 5:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ch'ubbu qabuti gumi tiyya keesa jira; worri aka waan nama simpirre t'ururaani qabu wo gaada, ammo t'urura suni namaa mid'aasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hammeeyyiin banii kiyya keessa jiraatan hin jiran; isaan akka nama simbirran siibo'oon qabuuti; kanaafuu isaan namoota qabu'uuf siiboo ufii diriirsanii riphan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri hamaan ka akka nama sinbirree tiyyo'oon qabuu, dhokatee nama qabu odduu kolbaa tiyyaa jira.