Jeremiah 5:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma nami adamo simpirre subba ufi guutatu, akasuma worri maneeni isaani waan saamanini guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma dhadhooltuun simbirran qabee maandhee simbirranii keessa kaayu, isaanillee qabeenna saaman mana ufii guutan; wonti jabaatanii duroomaniif kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma manni sinbirre'eef ijaarame sinbirre'een guutamu, manni isaanii waan isaan sobaan dhaggataneen guutameera; tanaaf isaan worra gugurda'aa fi dureeyyii te'aneeran.