Jeremiah 5:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini, AABBO Waaqi, maro waan kanatifi worra gaargalche gosa tana haalo baafad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eeganaa ani Rabbi waan kanniin maraaf isaan adabuu na hin barbaachisuu? banii akkanaa kana haluu bayuu na hin barbaachisuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa, Waan akkasii kanaaf, isaan hin adabuu ree? Kolbaa akkasii tana ani haluu hin bayuu ree?