Jeremiah 5:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, ilti tante d'uga imbarbaadu? Atini worra d'oofte ammo worri ind'ukubsanne, atini worra ch'arasite ammo worri mata jabaate ch'ubbu iraa deebiu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ijji tee dhugaa argitii mii? ati isaan adabde, isaan garuu womattuu hin laakkofne; ati isaan butuchite; isaan garuu dogoggora ufii irraa deebi'uu hin dandeenne. isaan hin morkatan malee cubbuu ufii irraa deebi'uu hin barbaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa! Ilti teeti dhugaa hin dhaggituu ree? Ati isaan dhootte; isaan ammoo hin dhukkuffanne. Ati isaan butuchite; isaan ammoo ifi sirreessuu didane. Isaan dhakaa caalaa mata-jabeeyyii te'anee, cubbuu ifii irraa deebi'uu didane.