Jeremiah 5:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
raagooti dubbi d'ara ch'alla fadde; qaaloleeni dubbi worraa gula yaate, gumiini tiyyaleeni waan suni iti quufte. Ammo guyya muumme maani tahani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri nu raattota ufiin jedhan raaga sobaa raagan; gadoonni gorsa raattotaatiin bulchan; baniinillee waan kana maraa hin morman; eeganaa hennaa wonti kunniin maruu raawwatamu maal isaanii woyya?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti sobaan raaga dubbatti; hayyooti gorsa raagotaatiin bulchiti; kolbaan tiyyalle waan akkasii kana jaalatti; yennaa muummeen dhuttu ammoo isin maan gootan ree?» jedha.