Jeremiah 5:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini herege waan jed'e, worri kunini hiyyeeyi woma imbeenne, worri waan daalluma taha, kara AABBO Waaqaa imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ani isaaniin akkana jedhe, «Isaan seera Rabbii Waaqa ufii waan hin beenneef, kunniin worra gowwa'aa fi hiyyeeyyii hubannaa hin qabne, seera waaqaatitti hin bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani, «Worri kun karaa Mootii Waan Maraa, seerata Waaqa ifiille waan hin beenneef, isaan worra hiyyeeyyi'i; gowwootalle'e» jedhee yaade.