Jeremiah 5:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Anini maafi ch'ubbu gumi tiyya araaramaafi? Worri na lakise waaqa waaqa intahini kad'ata. Anini worra quubse, ammo worri jaala d'ibi gula bade, maneeni sharmut'ati orie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baniin kiyya na dhiisee waaqolee tolfamaa sobaa waaqeffata; eeganaa wonti ani cubbuu isaanii isaanii dhiisuuf maali'i? ani banii kiyya nyaata isaan barbaachisu maraa isaanii kenna'aa akka isaan quufan godhe; isaan garuu worra seebaru ta'an; bultiin isaanii mana seebartootaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ijoolleen teessan na lakkittee, waaqota dharaatiin waan kakatteef, ani attam yakkaa teessan isiniif araarama ree? Ani nyaachisee yennaa isaan quusse, isaan ammoo sagaagalane; mana sagaagaltootaatitti qonfoodane.