Jeremiah 5:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri korma farda ka quufe fakaata; namu nad'eeni biyyaati d'arae gula bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka faradoo sooramaniititti dharraa fedha fooniitiin waan gubataniif; isaan maruu haadha manaa hiriyyaa ufii coorsuu barbaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka farda korma falanee, gaanaaf rarragatuu te'ane. Tokko tokkoon isaanii niitii jaala ifii fari'atan.