Jeremiah 5:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maro waan kanatifi worra gaargalchu himmalle? Yokhaani gosa akana tana haalo baafachu himmalle?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani sababaa waan kanniin maraatiif isaan adabuu na hin barbaachisuu? banii morkataa akkanaa kana haluu bawuu na hin barbaachisuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan kanaaf isaan hin adabuu ree? Kolbaa waan akkanaa hujju haluu hin bayuu ree?