Jeremiah 50:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Babiloni insaamani, nami saamuleeni waan jed'u ch'ufa guurata. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baabiloon hin saamamti; worri isii saamullee haga isaan gayutti waan argan maraa guuratan; ka waan kana dubbate ana Rabbi» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Baabilon hin saamanti; worri isii saamu marti hin durooma.